Read takeaways from THE BERLIN MOOT 2024

Read takeaways from THE BERLIN MOOT 2024

8 Feb 2023

Qajeelfama Marii Biyyaalessaa Qajeelfama Ogeessotaaf Qophaa’e

Cuunfaa Gabaabaa

Waggoota kurnan darban keessa, Mariin Biyyaalessaa jeequmsa siyaasaa hambisuuf akkasumas hokkaraa fi cehumsa siyaasaa qajeelchuf akka meeshaa murteessatti fudhatamaa tureera. Mariin Biyyaalessaa mootummoota, paartilee mormitootaa, gareewwan hawaasa siivilii fi qaamolee hidhatan, akkasumas imaammata idil-addunyaa, ogeeyyii, bakka bu'oota hawaasa idil-addunyaa fi arjoomtotaa keessatti bal’inaan mari’atamaa haa turuuyyuu malee, hanga har’aatti fudhatamni isaa iftoomina yaad-rimee isaa waliin wal-hinginne. Qaamolee Marii Biyyaalessaa akka tooftaa wal-dhabbiiwwan siyaasaa, haalota walitti bu’iinsa walxaxaa yookan yeroowwan burjaaja’iinsa cehumsaa bira ittiin darbuuf ifaajaniif, qajeelfama madaalawaa fi deeggarsa qabatamaa kennuuf qabeenyota bicuu qofatu jiru.


 

Share this publication

Thanks for your interest

If you find this publication useful, please consider making a small donation. Your support enables us to keep publishing.